Dhugaa nama kana nan dinqisifadhe
Dhugaa nama kana nan dinqisifadhe ????✅️????
Oromon wolif du'aa Midhama Oboleessa isa irratti hin calisu
Nu taheef malee Silaa jaraa tahee qaata badhafame
Lubbuu nama tokko du'aa iraa baraarun caraa guddadha
Bakkuma jirtuti galatoomi sin jenna